659

كل سلامى من الناس عليه صدقة

Human qaama namaa hunda sadaqaatu irraa barbaachisa.

 

 *Hadiisa kana abuu hureyra`aatu odeesse

عَنْ أبي هُرَيرَةَ 

*Abuu hureyran Rabbi isarraa haa jaalatuu akki je`e

قالَ

*Ergamaan Rabbii rahmataafii nageenyi isaafii aalii isarratti haa jiraatuu akki je`e

قالَ رَسُولُ الله :

*Humna qaama namaa hunda

كُلُّ سُلاَمى مِنَ النَّاسِ

*Sadaqaadhatu irra jira

عَلَيهِ صَدَقَةٌ

*Guyyaa  bariyee aduun keessa baatu hunda { humniti qaama namaa dhibba sadiyifii jahaatama {sulaama} jechuun humna jechu`uu Duuba humna dhibba sadiyiifii jahaatamman sanirra sadaq-a`aatu jira

كُلَّ يوْمٍ تَطْلُعُ فيهِ الشَّمْسُ

*Nama lama walitti tolchuun{ sad-aqaadhaa }

تَعْدِلُ بَينَ اثْنَينِ صَدَقَةٌ

*Akkasuma namicha waa raru kan waan akka gaalaa,harre`ee , gaange`ee , fe`u, gargaarun isaaf irra kaayun {sadaqaa }

وَتُعينُ الرَّجُلَ في دابَّتِهِ فَتَحْمِلُهُ علَيها

*Takkaa meeshaa isaa, irra isaaf kaayun , sada-qaadhaa .

أَوْ تَرْفَعُ لَهُ علَيها مَتاعَهُ صَدَقَةٌ

*Jechi gaarin ati     jettu zikriin rabbii ta'ati jettu, salaat alannabiin ati gootu, sadaqaadhaa, dubbii gaarii jettee waan gaari`itti nama gorsuun sadaqa`a, waan hamtu`urraa nama dhoowwun sadaqa`a

وَالكَلِمَةُ الطيبَةُ صَدَقَةُ

*Tarkaanif ati gara salaata deemu`uu , tarkaanfattu hundi sadaqaadha`

وَبِكُلّ خُطْوَةٍ تَمْشِيها إلى الصَّلاَةِ صَدَقَةٌ

*Waan akka qore`ee, akka dhaga`aa, kan  nama  miidhu    kara`arraa deem-sisuun , sadaqa`a  Namni waan dubba-nne jalqaba guyya`aa dalage, qaama isarraa zakaa baase namni guyyaa hunda waan dubbanne san dalagu`urraa da-dhabe yoo ka`ee rak`aa lama waytii waar`ee salaate akkuma , sadaqoota , dubbanne san hunda dalageeti. Maalif salaanni waan humana hundaan dalagan .duuba nama salaatu humniti isaa hundi waajiba isi`iitin dhaabbatte .

وتميط الأَذَى عَنِ الطَّرِيقِ صَدَقةٌ

Hadiisa kana bukhaari`iifii Muslimtu odeesse

رَوَاهُ البخاري وَمُسْلِمٌ